Nu Qunnamaa  :-022-110-0511    info@ilqso.gov.et                   

  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image

You are here

Ergama

Leenjii hojiin duraa fi hojiirraa mala leenjii  hammayawwaa fayyadamuun kennuun qaamolee haqaa ogeessota gahuumsa fi naamusa ogummaa olaanaa qabaniin guutuu,  qorannoo fi qo’annoo rakkoo hiikuu danda’u, mala qorannoo seeraa fi kanneen biroo fayyadamuun gaggeessuun, tajaajila gorsaa seeraa fedhi irratti hunda’ee kennuun itti fufiinsaan fooyya’iinsa sirna haqaa fi seeraa naannichaatiif gumaacha taasisuudha.

Mul’ata

Bara 2022 tti hojii leenjii, qorannoo fi gorsa seeraatiin giddugala gahumsa ogummaa seeraa ta’uudhaan ogeessota qaamolee haqaa naannichaa gahuumsa olaanaadhaan guutamaanii fi sirna seeraa fi haqaa fooyya’ee arguu,

Duudhaalee Ijoo  (Core Values)

  • Gahumsa (excellence)

  • Kalaqummaa (Innovetveness)  

  • Ogummaa’uu  (professionalism) 

  • Fedhii maamilaa giddugaleessa godhachuu (customer centeric)

  • Iftoomina (transparency)

  • Dhaqabamummaa (accecebility)

  • Qulqullina (quality)

Nu Qunnamaa

  • Bilbila:- 022-110-0511

  • Faxii-:022-111-0902/022-112-37-44

  • PO Box:1238, Adama

  • Email:info@ilqso.gov.et

  • Website:-www.ilqso.gov.et

Miidiyaa Hawaasaa

 

Copyright © 2024, ILQSO. All Rights Reserved.| www.ilqso.gov.et