Nu Qunnamaa  :-022-110-0511    info@ilqso.gov.et                   

  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image

You are here

Hundeeffama

Inistiitiyuutiin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa bara 1999 Dambii Inistiitiyuutii Leenjii Ogeessota Qaamolee Haqaafi Qorannoo seeraa Oromiyaa Hundeessuuf Bahe, lakkoofsa 77/99tiin maqaa Inistiitiyuutii Leenjii Ogeessota Qaamolee Haqaafi Qorannoo seeraa Oromiyaa jedhuun  hundeeffame. Labsii Qaamolee Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Gurmeessuu, Aangoofi Gahee Hojii Isaanii Murteessuuf Bahe, lakkoofsa 242/2014tiin maqaa Inistiitiyuutii Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaatiin qaamolee raawwachiiftuu keessaa tokko ta’uun bara 2014 irra deebiin hundeeffameera.

Inistiitiyuutiin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa leenjii ogummaa, beekumsaafi dandeettii cimsu ogeenyii seeraatiif sagantaa leenjii hojiin duraa, hojiirraafi addaa kennuufi, dhimmoota seeraafi haqaa irratti qorannoo seeraa gaggeessuun kenniinsa tajaajila haqaa fooyyessuu irratti hojjata.

Nu Qunnamaa

  • Bilbila:- 022-110-0511

  • Faxii-:022-111-0902/022-112-37-44

  • PO Box:1238, Adama

  • Email:info@ilqso.gov.et

  • Website:-www.ilqso.gov.et

Miidiyaa Hawaasaa

 

Copyright © 2024, ILQSO. All Rights Reserved.| www.ilqso.gov.et